WEBVTT 00:00:00.600 --> 00:00:08.880 7.056 fi 605.7 fi 5.67 walitti ida'uu qabna. 00:00:08.880 --> 00:00:11.170 yeroo laakkofsa feete walitti idaatu, yeroo hunda 00:00:11.170 --> 00:00:14.370 qajeelaan bakka tokkottu kaayuu qabda 00:00:14.370 --> 00:00:15.910 keessatu yeroo decimal idaatu. 00:00:15.910 --> 00:00:18.790 karaan laafaa ittiin dalagan decimal tarretti galchu 00:00:18.790 --> 00:00:19.783 akkas haa goonu 00:00:19.783 --> 00:00:27.010 maarree laaakofsi tokkoffaa 7.056 00:00:27.010 --> 00:00:36.700 ka lammaffaa 605.7 00:00:36.700 --> 00:00:43.150 ka boodaa kiun 5.67 00:00:43.150 --> 00:00:44.940 amma waamaraa tareeffane 00:00:44.940 --> 00:00:47.340 waamartuu kamana tokko jala ykn gubbaa 00:00:47.340 --> 00:00:49.420 mana tokkoti 00:00:49.420 --> 00:00:52.430 ka man kundhanii hundi mana kundhanii jala ykn gubbaa 00:00:52.430 --> 00:00:55.190 akkas akkas 00:00:55.190 --> 00:00:56.770 amma hin idaana 00:00:56.770 --> 00:00:58.020 haa idaanuu 00:01:01.370 --> 00:01:03.690 mana xiqqa irra eegalla 00:01:03.690 --> 00:01:05.040 asii ee galla 00:01:05.040 --> 00:01:08.950 kun ka dhunii, ka dhibba, kan kumessati 00:01:08.950 --> 00:01:11.680 kun qajeelatti mana kum 6ffati, ka ati feetu 00:01:11.680 --> 00:01:13.170 kuma kaawwanitti dabali 00:01:13.170 --> 00:01:14.990 kumni biraa hin jiru 00:01:14.990 --> 00:01:15.950 kara lamaan laaluu ni dan deetta 00:01:15.950 --> 00:01:19.770 6 tana gad fidi, ykn laalil 00:01:19.770 --> 00:01:26.450 akka 605.7 akka 605.700 titti 00:01:26.450 --> 00:01:29.920 mirga decimal kanatti 0 haga feete dabaluu dandeyta 00:01:29.920 --> 00:01:31.970 Mirgi 7, akkuma feetu, waan mirga 00:01:31.970 --> 00:01:34.890 decimal irra jirruuf, bakka isaa osoo hin jijjiirin. 00:01:34.890 --> 00:01:35.840 Asittillee godhuu dandeetta. 00:01:35.840 --> 00:01:41.350 Kun, 5.67. Akka 5.670 titti barreessuu dandeetta. 00:01:41.350 --> 00:01:42.800 Akkanatti waggaa katabdu, 6 ida'u duwwaa 00:01:42.800 --> 00:01:44.910 ida'u duwwaa, 6. 00:01:44.910 --> 00:01:45.780 Itti fufta 00:01:45.780 --> 00:01:51.550 5 Ida'u 0 ida'u 7, 12. 00:01:51.550 --> 00:01:54.480 2 ttii bakka dhibbaffaatti katabdee, 00:01:54.480 --> 00:01:56.130 1 qabatta. 00:01:56.130 --> 00:02:02.440 1 ida'u 0 ida'u 7, 8. 8 ida'u 6, 14. 00:02:02.440 --> 00:02:06.170 4 ttii katabii, 1 ergifadhu kara man tokkootti. 00:02:06.170 --> 00:02:07.950 1 ida'u 7, 8. 00:02:07.950 --> 00:02:09.759 8 ida'u 5, 13. 00:02:09.759 --> 00:02:13.350 13 ida'u 5, 18. 00:02:13.350 --> 00:02:15.500 Kun 18. 00:02:15.500 --> 00:02:17.190 1 qabadhu ykn ergifadhu. 00:02:17.190 --> 00:02:22.120 1ida'u 0, 1 um. 00:02:22.120 --> 00:02:23.010 Dhumarratti. 00:02:23.010 --> 00:02:25.380 6 mana dhibbaa keessaa qabda. 00:02:25.380 --> 00:02:28.840 Homaa itti hin dabalamanii, maarree gad buufta. 00:02:28.840 --> 00:02:30.190 Achi jirti. 00:02:30.190 --> 00:02:32.410 Tuqa irraanfachuu hin qabdu. 00:02:32.410 --> 00:02:37.730 Lakkofsa yoo idaatu kana argatta 618.426. 00:02:37.730 --> 00:02:43.010 618 tuqaa 426. 00:02:43.010 --> 00:02:44.620 GEESSINE.