7.056 fi 605.7 fi 5.67 walitti ida'uu qabna. yeroo laakkofsa feete walitti idaatu, yeroo hunda qajeelaan bakka tokkottu kaayuu qabda keessatu yeroo decimal idaatu. karaan laafaa ittiin dalagan decimal tarretti galchu akkas haa goonu maarree laaakofsi tokkoffaa 7.056 ka lammaffaa 605.7 ka boodaa kiun 5.67 amma waamaraa tareeffane waamartuu kamana tokko jala ykn gubbaa mana tokkoti ka man kundhanii hundi mana kundhanii jala ykn gubbaa akkas akkas amma hin idaana haa idaanuu mana xiqqa irra eegalla asii ee galla kun ka dhunii, ka dhibba, kan kumessati kun qajeelatti mana kum 6ffati, ka ati feetu kuma kaawwanitti dabali kumni biraa hin jiru kara lamaan laaluu ni dan deetta 6 tana gad fidi, ykn laalil akka 605.7 akka 605.700 titti mirga decimal kanatti 0 haga feete dabaluu dandeyta Mirgi 7, akkuma feetu, waan mirga decimal irra jirruuf, bakka isaa osoo hin jijjiirin. Asittillee godhuu dandeetta. Kun, 5.67. Akka 5.670 titti barreessuu dandeetta. Akkanatti waggaa katabdu, 6 ida'u duwwaa ida'u duwwaa, 6. Itti fufta 5 Ida'u 0 ida'u 7, 12. 2 ttii bakka dhibbaffaatti katabdee, 1 qabatta. 1 ida'u 0 ida'u 7, 8. 8 ida'u 6, 14. 4 ttii katabii, 1 ergifadhu kara man tokkootti. 1 ida'u 7, 8. 8 ida'u 5, 13. 13 ida'u 5, 18. Kun 18. 1 qabadhu ykn ergifadhu. 1ida'u 0, 1 um. Dhumarratti. 6 mana dhibbaa keessaa qabda. Homaa itti hin dabalamanii, maarree gad buufta. Achi jirti. Tuqa irraanfachuu hin qabdu. Lakkofsa yoo idaatu kana argatta 618.426. 618 tuqaa 426. GEESSINE.