0:00:00.600,0:00:08.880 7.056 fi 605.7 fi 5.67 walitti ida'uu qabna. 0:00:08.880,0:00:11.170 yeroo laakkofsa feete walitti idaatu, yeroo hunda 0:00:11.170,0:00:14.370 qajeelaan bakka tokkottu kaayuu qabda 0:00:14.370,0:00:15.910 keessatu yeroo decimal idaatu. 0:00:15.910,0:00:18.790 karaan laafaa ittiin dalagan decimal tarretti galchu 0:00:18.790,0:00:19.783 akkas haa goonu 0:00:19.783,0:00:27.010 maarree laaakofsi tokkoffaa 7.056 0:00:27.010,0:00:36.700 ka lammaffaa 605.7 0:00:36.700,0:00:43.150 ka boodaa kiun 5.67 0:00:43.150,0:00:44.940 amma waamaraa tareeffane 0:00:44.940,0:00:47.340 waamartuu kamana tokko jala ykn gubbaa 0:00:47.340,0:00:49.420 mana tokkoti 0:00:49.420,0:00:52.430 ka man kundhanii hundi mana kundhanii jala ykn gubbaa 0:00:52.430,0:00:55.190 akkas akkas 0:00:55.190,0:00:56.770 amma hin idaana 0:00:56.770,0:00:58.020 haa idaanuu 0:01:01.370,0:01:03.690 mana xiqqa irra eegalla 0:01:03.690,0:01:05.040 asii ee galla 0:01:05.040,0:01:08.950 kun ka dhunii, ka dhibba, kan kumessati 0:01:08.950,0:01:11.680 kun qajeelatti mana kum 6ffati, ka ati feetu 0:01:11.680,0:01:13.170 kuma kaawwanitti dabali 0:01:13.170,0:01:14.990 kumni biraa hin jiru 0:01:14.990,0:01:15.950 kara lamaan laaluu ni dan deetta 0:01:15.950,0:01:19.770 6 tana gad fidi, ykn laalil 0:01:19.770,0:01:26.450 akka 605.7 akka 605.700 titti 0:01:26.450,0:01:29.920 mirga decimal kanatti 0 haga feete dabaluu dandeyta 0:01:29.920,0:01:31.970 Mirgi 7, akkuma feetu, waan mirga 0:01:31.970,0:01:34.890 decimal irra jirruuf, bakka isaa osoo hin jijjiirin. 0:01:34.890,0:01:35.840 Asittillee godhuu dandeetta. 0:01:35.840,0:01:41.350 Kun, 5.67. Akka 5.670 titti barreessuu dandeetta. 0:01:41.350,0:01:42.800 Akkanatti waggaa katabdu, 6 ida'u duwwaa 0:01:42.800,0:01:44.910 ida'u duwwaa, 6. 0:01:44.910,0:01:45.780 Itti fufta 0:01:45.780,0:01:51.550 5 Ida'u 0 ida'u 7, 12. 0:01:51.550,0:01:54.480 2 ttii bakka dhibbaffaatti katabdee, 0:01:54.480,0:01:56.130 1 qabatta. 0:01:56.130,0:02:02.440 1 ida'u 0 ida'u 7, 8. 8 ida'u 6, 14. 0:02:02.440,0:02:06.170 4 ttii katabii, 1 ergifadhu kara man tokkootti. 0:02:06.170,0:02:07.950 1 ida'u 7, 8. 0:02:07.950,0:02:09.759 8 ida'u 5, 13. 0:02:09.759,0:02:13.350 13 ida'u 5, 18. 0:02:13.350,0:02:15.500 Kun 18. 0:02:15.500,0:02:17.190 1 qabadhu ykn ergifadhu. 0:02:17.190,0:02:22.120 1ida'u 0, 1 um. 0:02:22.120,0:02:23.010 Dhumarratti. 0:02:23.010,0:02:25.380 6 mana dhibbaa keessaa qabda. 0:02:25.380,0:02:28.840 Homaa itti hin dabalamanii, maarree gad buufta. 0:02:28.840,0:02:30.190 Achi jirti. 0:02:30.190,0:02:32.410 Tuqa irraanfachuu hin qabdu. 0:02:32.410,0:02:37.730 Lakkofsa yoo idaatu kana argatta 618.426. 0:02:37.730,0:02:43.010 618 tuqaa 426. 0:02:43.010,0:02:44.620 GEESSINE.