7.056 fi 605.7 fi 5.67 walitti ida'uu qabna.
yeroo laakkofsa feete walitti idaatu, yeroo hunda
qajeelaan bakka tokkottu kaayuu qabda
keessatu yeroo decimal idaatu.
karaan laafaa ittiin dalagan decimal tarretti galchu
akkas haa goonu
maarree laaakofsi tokkoffaa 7.056
ka lammaffaa 605.7
ka boodaa kiun 5.67
amma waamaraa tareeffane
waamartuu kamana tokko jala ykn gubbaa
mana tokkoti
ka man kundhanii hundi mana kundhanii jala ykn gubbaa
akkas akkas
amma hin idaana
haa idaanuu
mana xiqqa irra eegalla
asii ee galla
kun ka dhunii, ka dhibba, kan kumessati
kun qajeelatti mana kum 6ffati, ka ati feetu
kuma kaawwanitti dabali
kumni biraa hin jiru
kara lamaan laaluu ni dan deetta
6 tana gad fidi, ykn laalil
akka 605.7 akka 605.700 titti
mirga decimal kanatti 0 haga feete dabaluu dandeyta
Mirgi 7, akkuma feetu, waan mirga
decimal irra jirruuf, bakka isaa osoo hin jijjiirin.
Asittillee godhuu dandeetta.
Kun, 5.67. Akka 5.670 titti barreessuu dandeetta.
Akkanatti waggaa katabdu, 6 ida'u duwwaa
ida'u duwwaa, 6.
Itti fufta
5 Ida'u 0 ida'u 7, 12.
2 ttii bakka dhibbaffaatti katabdee,
1 qabatta.
1 ida'u 0 ida'u 7, 8. 8 ida'u 6, 14.
4 ttii katabii, 1 ergifadhu kara man tokkootti.
1 ida'u 7, 8.
8 ida'u 5, 13.
13 ida'u 5, 18.
Kun 18.
1 qabadhu ykn ergifadhu.
1ida'u 0, 1 um.
Dhumarratti.
6 mana dhibbaa keessaa qabda.
Homaa itti hin dabalamanii, maarree gad buufta.
Achi jirti.
Tuqa irraanfachuu hin qabdu.
Lakkofsa yoo idaatu kana argatta 618.426.
618 tuqaa 426.
GEESSINE.